Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dubartii Aangeessuun Hawaasaa fi Biyyaaf Guddina: Aadde Dureettii Taddasaa


Dubartii Angeessuun AHumneessuun Hawaasaa fi Biyyaaf Guddina: Aadde Dureettii Taddasaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:39 0:00

Dubartii Angeessuun AHumneessuun Hawaasaa fi Biyyaaf Guddina: Aadde Dureettii Taddasaa

Har’ii jechuun Bitootessi 8 guutummaa addunyaa irratti guyyaa dubartootaatu kabajama. Baga Geessan jenna. Kana ilaalchisuu dhaan dhaabbata keessumaa dubartootatti fuuleffachuu dhaan hojii dubartoota humneessu irratti hojjetuuf bu’uursituu kan ta’an aadde Dureettii Taaddesee waliin marii geggeessine kutaa 1ffaa dhiyeessina.

Dhaabbati kun Yunaayitid Isteetis kutaa OHIO keessa kan maadheffate yoo ta’u lixa Oromiyaa keessatti hojii jalqabee projektoota adda addaa irratti bobba’ee hojjetaa jira. Aadde Dureettii Taaddasaa maqaa dhaabbata isaanii maal akka ta’ee fi yoom akka hundaa’e ibsuu dhaan marii keenya kutaa duraa jalqabu.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG