Xurree ittiin seenan

Breaking News

Radio Frequencies

Friikuweensiilee Sagantaa Raadiyoo fi Teechoo Saatalaayitii

Sagantaa Raadiyoo fi Televiziyoonaa

Sagaleen Ameerikaa Sagantaan Afaan Oromoo Wixataa haga Jimaataatti Sagantaa Raadiyoo fi Televiziyoonaa daqiiqaa soddomaa tamsaasa. Qophiileen isaa oduuwwan angafa guyyaa sanaan jalqabee, dhimmoota barbaachisoo irratti gaaffii fi deebii geggeessuu fi qophiilee qindeessu itti fufa.

Wiixata: Ameerikaaf Uummata Ishee, fi Ispoortii

Kibxata: Waa’ee Uummata Oromoo Kana Beektuu Laataa?

Roobii: Dirree Dimookiraasii

Kamisa: Qophii Fayyaa

Jimaata: Qophii Labataa

Firiikuweensiilee Raadiyoo fi Teechoo Saatelaayitii

Qophiileen Sagalee Ameerikaa, sagantaa Afaan Oromoo galgala keessaa sa’aa 2:30 jalqabee haga sa’aa 3:00-tti,

Raadiyoonidhaan:


MEETIRBAANDII 19, yokaan Kiiloo-herzii 15,180 15,630 15, 700 fi 15, 785 irratti,

MEETIRBAANDII 22, yokaan kiiloo-herzii 13,860 irratti, akkasumas,

MEETIRBAANDII 25, yokaan Kiiloo-herzii 12,110, 12,130 fi 12,140 irratti Wixataa haga Jimaataatti tamsaasama.

Warra sagantaa keenya Televiziyoonan hordoftaniif:

NSS-12 Ku-band (Ethiosat, established 7/6/2021) Satellite: NSS-12 (57 degrees East) Transponder: EAH7 Downlink Beam: East Africa Downlink Frequency: 11.605GHz FEC: 5/6 Symbol Rate: 45.0 MSym/s Downlink Polarization: H (horizontal) Modulation: DVB-S2, QPSK Filter Roll-Off Factor: 0.2 Video Format: 1080i25 VC/SID: 6229 (VOA TV) –AFNet HD (TVMC-06) 6230 (VOA Ethiopia, Eritrea, Djibouti) 6231 (VOA Somalia) 6232 (VOA Kenya) 6233 (VOA 24) irratti argamna.

XS
SM
MD
LG