Xurree ittiin seenan

Breaking News

Caffeen Oromiyaa Obbo Taayyee Danda’aarraa Mirga Himatamuu Dhabuu Kaase  


Caffeen Oromiyaa Obbo Taayyee Danda’aarraa Mirga Himatamuu Dhabuu Kaase  
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:55 0:00

Caffeen Oromiyaa Obbo Taayyee Danda’aarraa Mirga Himatamuu Dhabuu Kaase  

Caffeen Oromiyaa yaa'ii idilee isaa 6ffaa waggaa 3ffaa bara hojii 6ffaa gaggeeseen deetaa Ministira Nageenyaa duraanii fi miseensa caffee Oromiyaa kan turan Obbo Taayyee Danda'aa irraa mirgi himatamuu dhabuu akka kaafamuu raggaaseera. Haaluma kanaanis Obbo Taayyee Danda'aa irraa mirgichi himatamuu dhabuu har'a kasaamseera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG