Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunaayitid Isteets Maadhee Ishee Itiyoophiyaa Keessaa Cufte


Embaasii Yunaaytid Isteets, Finffinnee
Embaasii Yunaaytid Isteets, Finffinnee

Mootummaan Yuunaaytid Isteets maadhee Itoophiyaa gama kibbaa kessaa qabu kan Xayyaaronni nam-maleeyyin sochii farra shororkeessuma kutaa sanaaf itti gargaaramaa turan cufuu isaa beeksisee jira.

Finfinne kan jiru Embaasiin Yuunaaytid Isteets VOA dhaaf har’a akka ibsetti humni waraanaa amman booda madheen kun bakka jiru Arbaa Mincii keessa hin jiraatu. Madheen Yuunaaytid Isteets kun bara 2011 kan baname yeeroo ta’u sochii hidhattoota Islaamaa kan Al-Shabaab hordofuuf xayyaara nam-maleeyii gara Somaaliyaatti bobbaasuuf itti Yunaayitid Isteets itti gargaaramaa turte.

Guutummaa qophii keenyaa dhaggeeffadhaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:11 0:00
Xurree marsariitii

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG