Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dubartootaa fi Jireenya Isaanii


Direkterittii ol aantuu WHO Margaret Chan
Direkterittii ol aantuu WHO Margaret Chan

Waggootii darban 20 keessatti Dubartoonni umrii dheeraa jiraachuu fi carraa barnootaa foyya’ee argachuu isaanii kan ibse Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa ijoollummaan herumuunis hafaa kan jiru ta’uu qorannaa haaraa gaggeesseen beeksisee jira.

Garuu dubartoonni miliyoona heedduun amma iyyuu carraa barnootaa ituu hin argatin dubartummaa isaaniin hokkara adda addaaf saaxilamaa fi miidhamaa jiru jedha.

Gama kaaniin dhukkuboota bifa weeraraan addunyaa irratti ka’an dura dhaabachuuf Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa caasaa haaraa diriirsaa kan jiru ta’uun ibsamee jira.

please wait

No media source currently available

0:00 0:11:09 0:00
Xurree marsariitii

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG