Xurree ittiin seenan

Breaking News

Turkiin xuyyuura(DRONE) abbaa hin beenne, seera malee biyya seene jette dhooftee buuftee-- Ka Raashiyaa fa Jedhan


A Turkish Air Force fighter plane flies over the Incirlik Air Base, in Adana, southern Turkey(FILE)
A Turkish Air Force fighter plane flies over the Incirlik Air Base, in Adana, southern Turkey(FILE)

Akka gabaasa Turkiitti xuyyuurii kun marroo sadii hajaja ‘ufi eegadhuu’ xuyyuura Turkii irraa fudhachuu dideef dhahanii buusan.

Xuyyuurii hajaja kompuuteraatiin deemu paayleettiin keessa hin jirre kun daarii Tukrii Siiriyaatti dhiyaattu keessatti dhahanii buusan.

Bulchoota Amerikaa keessaa tokkoo xuyyuurii kun Raashiyaa gaada deemu, (DRONE) jedhan.

Raashiyaan ammoo dharaa0-dhugaa dubbii tanaa hin mirkansine.Turkiin asiin duralleetti jeetitii fi helekopeterii Siiriyaa seera malee daarii teenna seenan jettee dhooftee bubuufte.

Turkii fi Raashiyaa lola Siiriyaa irratti wal dhabuutti jiran.Turkiin milishoota ISIS Siiriyaa keessatti hadhuutti jirtii,Raashiyaan ammoo mootummaa perzdaantii Siiriyaa Bashaar Al-Asaad gargaarti.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG