Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naayjeeriyaan kutaa biyya ishee gama kibbaa keessatti labsii yeroo hatattamaa labsite


Nigerian kutaa biyyattii kama dhiyaa bakka baatilee saddeetiif finxaaleyyii Boko Haramiin irratti fuuleffatame keessatti labsii yeroo hatattamaa dabarsuu ishee Reuters gabaasee jira.

Labsiin kun uggura sa’aa fi namoonni fi meeshaaleen akka soosone dhorka. Naannoo Diffa keessatti haleellaa dhiyeenya gandeenii fi magaalaalee daangaa Nigeria keessatti raawwateen siivilot 40 oltu dhuman.

Erga baatii Guraandhalaa as jiraattota Diffa irratti haleellaalee 57 tu raawwzatame. Humnootiin naga eegumsaas shakkamtoota shororkeessotaa kumaa fi dhibba tokko to’annaa ala oolchaniiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG