Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kudhanii ja'tti jalqabee 8 Walti Hafe,Saddeettan Walti Hafanilleen Barii Lafaa Qofa Eegachuutti Jiran


Ayvoori Koosti fi Giinii
Ayvoori Koosti fi Giinii
DRC
DRC

​Waancaa Afrikaa ka bara 2015 waan himaanin hedduutit jira.Chipoolopolo Zaambiyaatii barana hin taane, Risaan Naayjeeriyaa guyyaauu keessaa gale, Bafana Bafaanaan Afrikaa Kibbaa jidduutti dadhabee jala hafe.

Biyyootii Waancaa Afrikaa bara 2015 walti hafe walti qophaahuutit jira.

Maalii caraa isiitti hambise, Giiniin milkii dansaatti dabarsee.

Tapha 24 ka guyyaa 13 taphatanitti goolii 45 gale.

Biyyootii saddeettan walti hafan yoo lafti barite,Ammajii 31,2015 waan tahan beekan.

Giinii
Giinii

​Akkuma kanaan;

Koongoo fi DRC Ammajjii 31,2015

  • Tuniiziyaa fi Ekwuwaatooriyaal Giiniin Amajjii 31,2015
  • Ganaa fi Giinii Gurranldhalaa 1,2 015
  • Aljeriyaa fi Ayverii Koosti Gurrandhalaa 1,2015 taphatan

Ayvori Kosti Giraadel, Bentaaleb Koppaa Beri fa abdatti.

Namii jabaan Aljeeriyaa Bentaaleb, Fuguhoolii fa.

Gaanaan Ayewu,Rahimaan,Giinii ammoo Konstaantii fi Siilaa fa qabaatti.

Ekuwaatooriyaal Giinii
Ekuwaatooriyaal Giinii

Ekuwaatooriyaal Giiniin ka tapha waancaa Afirkaa kana qopheessitee galta guddaa argattee tapha guyyaa diqqaa itti qophoofteen guddoo milkoofte.

Taphataan isii Diosdado Mbele, ka wa balleessee tapha tokko irraa dhaan adabbi fixate taphatti deebihaaf.

Leenjisaan Tuniziyaa, Georges Leekens Ekuwaatooriyaal Giiniin biyyaa fi biyyee isii keesati waan tapahttu nama isii iyyu kum hedduu qabaachuu isaanii hinuma beekaa,tun waan nama sodaachisaa taatullee tanuma keessa taophannaa jedha.

DRC Fi Koongoolleen warra waliin taphatu keessaa tokko. Biyyiti tun lamaan waan hedduu waliin qabdi.

Aljeeriyaa
Aljeeriyaa

​Jara lachuu Faransaayitti bitee afaanillee haga guddaan tokkuma dubbatan.

Ammallee galaana tokkotti jiddu baha malee biyya ollaa tokkooti.Bori ammoo yoo wal dorgomanitti biyyaa olla hin fakkaatan fa tahan.Namuu mootummaan galachuuf dorgoma.

Biyyootii saddeettan Waancaa Afirkaa 2015 walti hafan warra dandeettii kubba miilaa qaban addunyaa duratti mirkanfatan.

Warra Gaaboniitti akkana harqa
Warra Gaaboniitti akkana harqa

​Saddeettan hafnaillee keessaa afuritti jigaa afuirtti dabra.Ka jige boohaa harqa ka dabre waan itti aanaaf qophaaha.

Jari saddeettanuu barii lafaa qofa walti eegata. Milkahaaa jenneen kunoo.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG