Xurree ittiin seenan

Breaking News

Guyyan AIDs addunyaa har’a yaadatamee oole


Guyyaan AIDS addunyaa Itiyoopiyaa keessaa sadarkaa biyyoolessaa Gambeeelaa kaleessatti kabajamee oole.

Gambeelli naannolee ka biroo irra faca’inni dhibee kanaa kan keessatti heddummaate waan ta’eef naannoo kana keessatti dadammaqiinsa kennuu akkasumas hubannoon akka jiraatuuf jecha achitti kabajame jedhu directorri ol aanaan waajjira ittisaa fi to’annii HIV federaalaa obbo Biraanuu Fayyisaa.

Itiyoopiyaa keessaa sadarkaan dhibee kanaan haaraa qabamuu dhibba irraa harka sagaltamaan gad xiqqaachuu isaa kan ibsan obbo Birhaanuun dhukkubi kun qaruma dhabame jechuu waan hin taaneef amma illee namoonni viresii kanaan haaraa qabamaa waan jiraniif kennuu fi jijjiirraan amalaa akka dhfuu tajaajila gorsa kennuun itti fufa jedhan.

Uummatis isa kana duraa irra hubannoo argataa waan adeemeef of eeggannoo godhataa jira, kanneen viresii kana waliin jiraatniif dawaa raabsuuf wal’aansi kennamus haala wayaawaan itti fufee jira. Jedhan.

please wait

No media source currently available

0:00 0:07:44 0:00
Xurree marsariitii

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG